MENU

Fun & Interesting

Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamun Geejiba Baaburaa Dhaabsise

VOA Afaan Oromoo 8,201 5 days ago
Video Not Working? Fix It Now

0:00 Qophii Jimaata harraa keessatti 3:16 Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira  Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise 1:09 Yabalawwan Godaantota Fe'anii Jabutii Irraa Ka'anii Gara Yamanitti Imalaa Turan Dhidhimuu Isaaniin Namoonni  2 Du'anii 186 Achi Buuteen Dhabame 4:28 Prezidaant Doonaald Tiraamp Gareen Hamaas Namoota To'annaa Isaa Jalatti Qabatee Jiru Akka Hatattamaan Gad-Lakkisu Hubachiisan  6:16 Haalli Dimookiraasii Boodatti Harkifachaa Deemuun Mirga Dubartootaa Irratti Dhiimmaa Uumuu Isaa Tokkummaan Mootummootaa Ibse  15:08 Waa’een Waliigaltee Lola Dhaabinsaa Isiraa’elii fi Gaazaa  Fuulduraa  Shakkii Keessa Gale Sanbata Boorii Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa Kan “Maarch” Jedhamutu Ayyaaneffama Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

Comment