Kun Seer-luuga (Grammar) Afaan Ingiliziiti. Qabiyyeen isaa hundumtuu Afaan Ingiliziitiin ta'ee, akka inni haala mijataa ta'een namootaaf hubatamuu danda'uuf jecha, Afaan Oromootiin ibsi itti kennamee kan barsiifamuudha. Yeroo yerootti viidiyoon isaa gad-dhiifama waan ta'eef, namoonni Afaan Oromoo dubbatan akka bifa addaa addaatiin dhimma itti baatan isin afeera.
This is English Grammar Lesson. The content is all in English, with explanations in Afan Oromo so that it can be easily understood by people. videos will be released from time to time, so I invite you to use it in various ways.